"Gumaan kuni aadaa miidhagaadha. Ummanni Oromoo kuni sodaa waaqaa qaba. Lubbuu inni uume ati yoo balleesite xuuriidha, Cubbuudha. Oromoonimmoo waan hundumarra cubbuu nisodaata," jedhan. Gumaan ...
Mootummaan Somaaliyaa ''weerara'' loltootni Itoophiyaa Somaaliyaa keessa magaalaa Dooloow jedhamutti raawwatan jedhe balaaleffachuun ibsa baase. Waliigaltee Itoophiyaafi Somaaliyaan Ankaaraatti ...