Lammiileen Itoophiyaa 138 Miyaanmaar keessatti dirqiin qabamnii kaampii hojii yakka saayibarii hojjetu keessa hidhamanii ...
Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhimma Filisxeemota Gaazaa irratti yaadni kennan ilaalchisee hoogganoonni addunyaa dubbachiisaa jira. Ofii maal jedhanii?
Video ykn muuziqaa kan nama biroo hayyama abbichaa malee sabaa himaalee irratti namoota kaaniif qooddee beektaa? Kun seera ...
Finfinnee, Amajjii 16, 2025 – Jiraattonni naannoo Affaar sababa kirkira lafaatiin qe’ee isaanirraa buqqa’an dhiyeessii bishaanii fi nyaata gahaa malee gaaga’ama namoomaaf saaxilamuu Addis Standard’tti ...